Baga gara...
WAAN ISTOOP
Tajaajilli Invastimantii
Bakka tajaajila invastimantii Muuxannoo, Amanamaa fi Ogeessa hunda tokko keessatti argattu.
Baga gara...
WAAN ISTOOP
Tajaajilli Invastimantii
Bakka tajaajila invastimantii Muuxannoo, Amanamaa fi Ogeessa hunda tokko keessatti argattu.
Tajaajila KEENYA HUNDA TOKKO
KEESSATTI
Tajaajiloonni keenya gurguddoon maamiltoota keenyaaf kennaa jirru kunooti
01.
GORSA INVESTIMANTII
- Qo’annoo Dandeettii fi Piropozaal Pirojektii
- Qorannoo Iddoo Invastimantii, gaaffii fi hayyama iyyachuu
02.
QULQULLEESSAA GUMRUUKAA
- Dhimmota Gumuruuka qulqulleessuu (diklaareshini).
- Gorsa tajaajila loojistikii meeshaalee gadhiisuuf
03.
HERREGA FI ODIITII
- Gabaasaa fi galmeen faayinaansii sirrii fi amanamaa ta’uu isaa sakatta’uu
- Odiitii seeraa fi odiitii keessoo
04.
QOPHII TAATEE
- Dizaayinii Taatee fi Bal’ina Taatee Mirkaneessu
- Waltajjii Taatee filachuu fi akkaataa isaa mijessu
05.
DIZAAYINII IJAARSA
- Arkiteekcharaalii, (Dizaayina interaraa, Industirii, Hoteelaa, Dizaayinii gamoo, daldalaa fi kkf)
- Hayyama karooraa
Maamiltoonni Keenya Gatii Ol'aanaa Qaban Maaliif Nu Filatu...
- Maamiltoota keenya Amanamummaa, Itti Gaafatamummaa, Gahumsa, Kutannoo, fi ogummaadhaan tajaajilla.
- Hojjettoonni keenya saaxilamummaa biyya keessaa fi idil-addunyaa, muuxannoo mirkanaa’e, fi ilaalcha waliin hojjechuu kan qulqullina tajaajila keenyaa keessatti calaqqisu qabu.
Amma Nu Yaali
Maamiltoota Gammachuun
Tajaajilaman













Oduu Haaraa
onestop irraa argattu

Our aim is to create a favorable environment for investment here in Ethiopia by providing quality services.
“Honesty is a Diamond, Prudence is a glass”
“Honesty is a Diamond, Prudence is a glass”
Contact Info
-
Beside Aberus Complex,
Mobile Plaza 1st floor
Office Number B1A -
+251 115 584 530
+251 921 755 883
+251 911 750 339 - onestopinvestmentethiopia@gmail.com
Get In Touch
For More Updates, Follow Us on social media.